06/09/2026
Gaadda ulfaataa
Artistii qabsooftuu Ilfinash Qannoo guca qabsoo Aartii Oromoo fakkeenya miliyoonotaa boqochuun kee qalbii keenya cabse.
Nutu gaabba malee ati hin gaabbituu nagaan boqodhu haadha teenya!