体育新闻

体育新闻 #旺宝 🇲🇾🇨🇳🇸🇬🇭🇰
🌐Register注册网站:https://wabo22.net

Tapha Turkiin goolii 4 fi 0'n Meqedooniyaa Kaabaa injifatte irratti goolii eegaan kilaba keenyaa Altaay Baayindir daqiiq...
02/06/2026

Tapha Turkiin goolii 4 fi 0'n Meqedooniyaa Kaabaa injifatte irratti goolii eegaan kilaba keenyaa Altaay Baayindir daqiiqaa 63'f hiriire taphachuu danda'eera.

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

🚨Kilaboota Maarkas Raashford mallatteessifachuuf fedhii qaban:- Baarseloonaa [paawundii miiliiyoona £13m qofaan]- Arsena...
02/06/2026

🚨Kilaboota Maarkas Raashford mallatteessifachuuf fedhii qaban:

- Baarseloonaa [paawundii miiliiyoona £13m qofaan]
- Arsenaal
- Totenahaam
- Aston Viilaa

Baayer Muniik, Cheelsii fi Riyaal Maadridis akka filannootti qabatanii jiru.

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

🚨Filorentinoo Peerez Oriliyoon Chuwaameeniin bara dorgommii itti aanu Riyaal Maadrid keessa akka turu mirkaneessaniiru.M...
01/06/2026

🚨Filorentinoo Peerez Oriliyoon Chuwaameeniin bara dorgommii itti aanu Riyaal Maadrid keessa akka turu mirkaneessaniiru.

Maanchistar Yunaayitid ganna kana taphataa kana fudhachuuf xiyyeeffannoo guddaa kennanii kan turan ta'us, kaffaltiin mindaa isaa gufuu guddaa ta'ee jira, Riyaal Maadridis isa hambisuuf fedhii guddaa qabu.

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

Nagaan bulaa maatiin Oro Man united 🙌 #赛事情报    #旺宝 #体育新闻  #体育吧  #赛事情报            #旺宝
01/06/2026

Nagaan bulaa maatiin Oro Man united 🙌

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

Taayilar Fileechar  garee biyyoolessaa Iskootilaandiif tapha isaa jalqabaa taasiseera👏 🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿 #赛事情报    #旺宝 #体育新闻  #体育吧 ...
31/05/2026

Taayilar Fileechar garee biyyoolessaa Iskootilaandiif tapha isaa jalqabaa taasiseera👏 🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

🚨Maanchistar Yunaayitid akka qaama karoora taphattoota filachuu (mallatteessisuu) yeroo dheeraa isaaniitti Iyaan Subiyaa...
29/05/2026

🚨Maanchistar Yunaayitid akka qaama karoora taphattoota filachuu (mallatteessisuu) yeroo dheeraa isaaniitti Iyaan Subiyaabire hordofaa jiru.

Taphataan sarara qarqara fulduraa (winger) Riiver Pileet kan waggaa 19 kun, Ameerikaa Kibbaa keessatti dargaggoota dandeettii cimaa fi adda ta'e qaban keessaa akka tokkootti ilaalama 🇦🇷

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

🚨Maatiyaas Kuuniyaan garee biyyaalessaa Biraazil waliin shaakala eegaleera.💥 #赛事情报    #旺宝 #体育新闻  #体育吧  #赛事情报            ...
29/05/2026

🚨Maatiyaas Kuuniyaan garee biyyaalessaa Biraazil waliin shaakala eegaleera.💥

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

📲 Maanchistar Yunaayitid fuula Inistaagirama isaanii irratti :“🇧🇷🤙 x 🔴5️⃣” #赛事情报    #旺宝 #体育新闻  #体育吧  #赛事情报            #旺...
28/05/2026

📲 Maanchistar Yunaayitid fuula Inistaagirama isaanii irratti :

“🇧🇷🤙 x 🔴5️⃣”

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

📸 Goolii eegaan kilaba keenyaa duraanii Diin Heendarsan Kiristal Paalaas waliin waancaa Koonfereens Liigii milkeeffachuu...
28/05/2026

📸 Goolii eegaan kilaba keenyaa duraanii Diin Heendarsan Kiristal Paalaas waliin waancaa Koonfereens Liigii milkeeffachuu danda'eera.🏆

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

🚨🎙️"Titles are one thing, but this kind of impact? That’s what wins awards. Bruno fully deserves it .” Pique 🇪🇸 Jeerard ...
28/05/2026

🚨🎙️"Titles are one thing, but this kind of impact? That’s what wins awards. Bruno fully deserves it .” Pique 🇪🇸

Jeerard Piikeen Burunon badhaasa taphataa cimaa Bara kanaa injifachuu irratti:

“Namni heddun Deklan Raayisi eegaa turan. Pirimer Liigii injifachuu fi gahuumsa inni kilabicha keessatti argisiisen. Sarara jidduu kilabicha haala gaarin utube liigichas injifate dhugumatti bara gaarii dabarse.

Haa ta'u malee Burunon injifachuun ana dabalatee nama kubbaa haalan ilaaluf waan ajaa'ibaa miti. Haala Burunon torbeedhaa torbeetti goolii isaatifi Kubbaa mijeessun akkasumas carraa uumun fi Dursummaa isaatin Maan Yunaayitid itti utube, iddoo murteessituu ilaalamuu qabuudha. Bakka bilchinni isaa isaa itti muul'ate.

Liigicha injifachuun waan tokko gahuumsa akkanaa argisiisun waan addaadha! Sanatu badhaasa si injifachiisa, Burunof ni mala."

#赛事情报 #旺宝
#体育新闻 #体育吧 #赛事情报 #旺宝

Address

455 George Street
Sydney, NSW
2000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 体育新闻 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category