Oduu Ispoortii

Oduu Ispoortii AFAAN KEENYA GAMA HUNDAANU ADDUNYAATI YA MUL'ISNUU

 ✍️ Dhukkastooni Dirreef Deeggartoota Isaan Fuulduratti Newcastle United Biyyeeti Makan 💪✍️ Primeerii Liigii Ingilaand T...
25/02/2024



✍️ Dhukkastooni Dirreef Deeggartoota Isaan Fuulduratti Newcastle United Biyyeeti Makan 💪

✍️ Primeerii Liigii Ingilaand Torbee 26ffaan Tapha Arsenaal Fi Newcastle United Walitti Fide Olaantumma Warra Dhukkastootaan Galchii 4:1 Xummurame Jira.

✍️Arsenaal Taphoota As Dhihoo Taphacha Jiruu Irrati Gargarumma Galchii Baayyen Morkatoota Isaan Moo'achuun Imala Bareeda Irrati Argamu 🏹

Bagaa Gammaddan Deeggartoonni Arsenaal 🎈❤

  Seena Hojjate ✍️Kilabni Warra Jaarman Kan Taphata Duraani Garee Biyyoolessa Ispeeniif Kilaboota Akka R. Madrid, B. Mun...
24/02/2024

Seena Hojjate ✍️

Kilabni Warra Jaarman Kan Taphata Duraani Garee Biyyoolessa Ispeeniif Kilaboota Akka R. Madrid, B. Munch, Liiverpool Kan Durfamuu Bayern Liverkusen Seenaa Haaraa Galmeessise Jira ✅

Chaavi Aloonson Kan Durfamuu Bayern Liverkusen Liigota Gurguddoo Awwuroppaa Keessa Kilaba Hanga Ammaati Hin Moo'aminiidha Kilabichi Taphoota 33 Osso Hin Moo'amin Itti Fufe Jira ✅

Seenaa Bundesligaa Jaarman Keessati Kilabni Taphoota 33 Osso Hin Moo'amin Imala Jiruu Bayern Liverkusen Qofa 🔥

Chaavi Aloonson Nama Raajidha 🥰

 Tapha Xummura Waanca Kaarabao Ingilaand Galgala Bori Isaadiyeemi Guddichaa Ingilaand Irrati Cheelsii Fi Liiverpool Wajj...
24/02/2024



Tapha Xummura Waanca Kaarabao Ingilaand Galgala Bori Isaadiyeemi Guddichaa Ingilaand Irrati Cheelsii Fi Liiverpool Wajjiin Falmatu.

Liiverpool Waanca Kan Injifachuuf Tilmaama Olaana Argate Jira ✅

Eenyutu Injifata 🤔

Turtii Waggootan Booda Deebinerraa 😍Tamsaasa Keenya ⚔️Premier league ⚡Laliga ⚡Bundesliga ⚡Champion League ⚡Ethiopia Betk...
09/11/2023

Turtii Waggootan Booda Deebinerraa 😍

Tamsaasa Keenya ⚔️

Premier league ⚡
Laliga ⚡
Bundesliga ⚡
Champion League ⚡
Ethiopia Betking ⚡
Oromia League 💎

Address

Addis Ababa
Dubai
LONDON

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oduu Ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oduu Ispoortii:

Shortcuts

Share

Category